dhiifama namaaf kennamu; Maarii kadhachuuf haadhatti jaarsa ergate.
dhibee namaarraa namatti, horiirraa horiitti darbu, finnoo.
tarree yookiin daandii; Boqqolloo maarraa tokko naaf falaffale.
"maarrabii" ilaalaa.
daara xinnoo roga afurii, kan waan gadhee akka furrii of irraa ittiin haxaawan.
akka maarraxu gochuu.
"marrajii" ilaalaa.
"marrabii" ilaalaa.
quuf gara darbe.
gar malee baacuu, qoosuu; Ijoolleen guddisa bade nimaarraxxi.
akka maaramu gochuu.
"maasii" iraalaa.
bakka qonnaa, 'ooyiruu.
waan akka jifaaraa, kan mormatti keewwatan.
"maatama" ilaalaa.
meeshaa xalayaa ittin mallatteessan, chaappaa.
hortee abbaa tokkoo.
horii uffata nyaattu.
horiin uffata namaa nyachuu.
"maa'essa" ilaalaa.