gara keessaa ol nama tuttuqa, garaa hammeessa, fedha balaqqamsiisaa; Garaan koo keessi sirrii miti, ...
muka qal'aa kan dagalee ta'u. 2.muka qanbarrii keessa bayee mormi qotiyyoo gidduu 'oolu; Loloosoon a...
muka baballaa wal keessa butuu yookiin b baasuu, fakkeenyaaf dallaa yammuu ijaaran.
nama.lola kaasu. 2. daangaa biyyaa kan eegdu, wattaaddara; Tolaan loltuu ta'ee adda waraanaa deeme.
1. itti dheekkamuu, arrabsuu, rukutuu; Loluu irra gorsuu wayya. 2. deebsuu; Horii kana loluu.
gara caalu ofiif yookiin nama barbaadaniif taasisa; Fira jedhanii looga hojjechuun cubbuudha.
kan dhokatee miidhu, gaadduu; Lootee galtuun akka biyya hinseenne dammaqanii eeguu barbaachisa.