Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
ancootee ma.
GAO

hidda buusaa loomii fakkaatu, kan lafa (biyyoo) keessatti horu, kan affeelamee nyaatamu.

ancufa
GAO

"hancufa" ilaalaa.

andaaqqoo
GAO

"handaaqqoo" ilaalaa.

andaara ma.
GAO

qarqara waan ta'ee.

andaara ma.
GAO

qarqara waan ta'ee.

andaraafa
GAO

"handaraafa" ilaalaa.

andarraa
GAO

"handarraa" ilaalaa.

andhura
GAO

"handhura" ilaalaa.

andhurachu
GAO

"handhurachuu"  ilaalaa.

andhurachuu
GAO

"handhurachuu"  ilaalaa.

andhuramuu
GAO

"handhuramuu" ilaalaa.

andhursiisuu
GAO

"handhurisisuu" ilaalaa.

andhuruu
GAO

"handhuuru" ilaalaa.

andhuura
GAO

"handhura" ilaalaa.

andhuuraa
GAO

"handhuraa" ilaalaa.

andhuurachuu
GAO

"handhurachuu"  ilaalaa.

andhuuramuu
GAO

"handhuramuu" ilaalaa.

andhuurfamuu
GAO

"handhurfamuu" ilaalaa.

andhuursisuu
GAO

"handhursiisuu" ilaalaa.

andhuuruu
GAO

"handhuruu" ilaalaa.

Sponsors