Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
kolfisiisuu go.
GAO

akka kolfu gochuu.

kolfuu go.
GAO

kolfa dhageessisuu yookiin garsiisuu.

kolgeettii ma.
GAO

gosa saamunaa ilkaani ittii miiccatan, kan yammuu burushii ilkaaniin tuqan afaanitti lem lem jedhu.

kolla'uu go.
GAO

akka kollee olii gadi oofuu, aara galfii dhowwuu; Hojiidhaan olii gadi nama kolla'uun jireenya nama ...

kollee ma.
GAO

tapna ulee bokkuu qabuun bururii, ijoo kollee yookiin qillee lafa irra dha'anii, keessumattuu gaafa ...

kolleejjii ma.
GAO

1. barumsa kutaa kudha lamaa eegii raawwatanii booddee galan; Ilmi Abbaa Jigsaa kolleejjii fixee bay...

kolloo 2 ma.
GAO

Shaanxaa xinnoo leemmana irraa dha'amtu, kan fannatoo harkaa qabdu; Kolloo fudhatee buna ciruu deeme...

Kolmaa
GAO

"salgii 2" ilaalaa.

Kololaachisuu go.
GAO

akka kolplaatu gochuu, konkolaachisuu.

Kololaachuu go.
GAO

tabba irraa gadi gangalachuu, konkolaachuu.

Kololaataa ad.
GAO

Waan of irra gaggaragalaa fiigu, konkolaataa.

kololee ad.
GAO

bifa qabeettii, bareedduu, kan argaa toltu.

kololoo ma.
GAO

1."giingaa" ilaalaa. 2. tapha geengoo; Giingaa keessa ulee qara baaftee ijoolleen kololoo taphatti.

kolomammuu ma.
GAO

dhiitaa xixinnoo dhaqna namaa irratti baatu, kan malaa hinqabne, kan nama hindhukkubne, kan yoo dhii...

koloofoo ad.
GAO

qaaraa gurguddaa, corqaa.

kolooloo 1 ma.
GAO

bineensa halkan yuusu, kan arii'ee horii qabatu, waraabessa guddaa.

kolooloo 2 ad.
GAO

dheerina qal'ina qabu; Shomboqqoo dheeraa kolooloo.

koma ma.
GAO

abalu kana naaf hingoone yookiin kana na godhe jedhanii aarii himatan yookiin aara garaatti qabatan;...

komachuu go.
GAO

komii dhageessisuu yookiin koma garaadhaa qabaachuu.

komatamuu go.
GAO

komiin namaa nama irra jiraachuu; Yoo waa namaaf gochuu baatan komatamuun hinoolu.

Sponsors