Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
idaayyaa ma.
GAO

nyaata misirroo, kan guyyaa gaa'ila ishee duukaa ergan.

idaya ma.
GAO

maqaa dubartiin reefuu heerumte ittiin waamamtu misirroo.

idda
GAO

"hidda" ilaalaa.

iddaa
GAO

"hiddaa" ilaalaa.

iddamaa
GAO

"hiddamaa" ilaalaa.

iddamuu
GAO

"hiddamuu" ilaalaa.

iddasii
GAO

"ergasii" ilaalaa.

iddiddii ma.
GAO

foon ilkaan hammatee qabu, foo ilkaanii, irga.

iddisiisuu go.
GAO

akka iddu gochuu.

iddoo
GAO

"bakka" ilaalaa.

idduu 1
GAO

"hidduu 1"  ilaalaa.

idduu 2
GAO

"hidduu 2" ilaalaa.

idila
GAO

"hunda 1" ilaalaa.

idina
GAO

"gaayyaa" ilaalaa.

ifa baasuu go.
GAO

akka mul'atu gochuu, dhoksaadhaa baasuu.

ifa ma.
GAO

1.dukkana kan hinta'in. 2 . dukkana kan dhabamsiisu, kan waan akka biiftuu irraa bawu.

ifaa ad.
GAO

kan ifu.

ifaajee ma.
GAO

bu'aa ce'ii hojii irraa namatti dhufu.

ifaaju go.
GAO

yeroo hunda hojjechuu; "Mo! yaa ifaajee ilkaan kiyyaa" jedhe jaarsi baaqelaa nyaatee hooqqisee.

ifaatee
GAO

"dinnicha" ilaalaa.

Sponsors