waan namni nyaatee hagu, udaan.
"uwwisa" ilaalaa.
"uwwisaa" ilaalaa.
"uwwisiisuu ilaalaa.
"uwwisuu" ilaalaa.
qubee Oromoo kan tarree salgaffaa irratti argamu.
1. waan ta'e akka ifa kennu gocha. 2. "beeksisa" ilaalaa.
ibsachuu ilaalaa.
muka nadhaa Jiidha mi'a manaa akka hubboo ittiin dhiqan, eebicha.
waan boba'ee ifaaf o'a kennu.
nama seera darbee balleessaa hojjetu.
1. waan boba'ee ifa namaa kennu. 2. da ee mukaa kan walitti hidhanii gaafa masqalaa, ukee, w.k.f. ib...
1. ibsaa bobeessanii ifa argachuu. 2. ibsa kennachuu. ibsiisuu akka ibsu gochuu.
1. waan ta'e akka ifa kennu gochuu. 2. "beeksisuu" ilaalaa.
"eci" ilaalaa.
kan duraan irratti dabala.
waan duraan Jirutti yookiin fudhatanitti dabalachuu.
irratti aabalamuu.
kan duraan jirutti dabaluu; Kun gawuu baannaan siifan ida'a.
akka ida'u gochuu.