Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
horbobbeechuu
GAO

"horbobbeessuu" ilaalaa.

horbobbeessuu go.
GAO

horbobbaa godhachiisuu.

horbobbii
GAO

"horbobbaa" ilaala.

horda ma.
GAO

muka qara qabuun dongora.

Hordaa ma.
GAO

1 . muka qara qab kan ittiin lafa dongoran donyoraa. 2. gosa Oromoo

hordofa ma.
GAO

duukaa bu'a, fana deeminsa.

hordofamuu go.
GAO

duukaa bu'amuu, bahaafi ganamaa to'atamuu.

hordofsii go.
GAO

akka hordoftu yookiln hordofu gochuu. hordoftuu duuba deemtuu, buutuu.

hordofsii 1 go.
GAO

akka hordoftu yookiln hordofu gochuu.

hordoftuu
GAO

duuba deemtuu, buutuu.

hordofuu go.
GAO

wajjin deemuu duukaa bu'uu; Yeroodhaan hordofuu dhiiseeti jalaa miliqan.

horduu go.
GAO

hordaadhaan lafa qotuu, waraanuu, dongoruu.

horfuu go.
GAO

waan ta'e itti deddeebi'anii tuquu, waan tuqamuu hinqabne tuquu, kan nama hingalchine keessa seenuu.

horgoggee ma.
GAO

meeshaa fakkil adda addaa kan ijoolleen ittiin tabattu (ashaangulliita).

horii dhiisii ma.
GAO

horii ayyanaaf dhaabbate, horii ayyaana kadhachuuf dhabtate.

horii ma.
GAO

1. uumamaa luka afurii kan akka loonii, hoolotaa. 2. waan namni hore Namni horii bin qabne ulfina hi...

horma
GAO

"ormaa" ilaalaa.

hormaata ma.
GAO

1.horii horsiisa, horii argacha. 2. qaama horiin ittiln dhalan, dhalfa.

horocoo ma.
GAO

okkotee guddaa; Akka wal gawuuf horocootti shuummoo affeelte.

horofee 1
GAO

"dhoqqee" ilaalaa.

Sponsors