Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
holquu go.
GAO

soquun yookiin bocuuun holqa itti busuu akka holqa ta'u gochuu.

homaa ad.
GAO

waa  jiraachuu hafa, Homaa hindhugne.

homtuu ma.
GAO

dhaba kan ittiin beeksisan.

hongee
GAO

"ongee" ilaalaa.

hongee'uu
GAO

hongee taasisuu.

hoo 1 di.
GAO

jecha waa ittiin dinqifatan; Hoof namicha kana maaltu maraachee?

hoo 2
GAO

"yoo" ilaalaa.

hoo 3 je.
GAO

Sagalee waamichaaf deebii ittiin kennan, yoo,yee.

hoobdii
GAO

"oogdii" ilaalaa.

hooda
GAO

1. waan hingomne yookiin ta'uun irra hinjirre; "kun hooda jette cirriin sa'a irraa kufee."   2. wa...

hooda 2 ma.
GAO

mufaatii yookiin dallansa waan wali 1rraa qabaniif walitti dubbachuu dhiisa.

hoodachuu go.
GAO

hamaan na irra gaya Jedhanii waan ta'e gochuu dhiisuu; Namoonni tokko tokko ayyaanuma hunda hoodachu...

hooduu go.
GAO

itti dubbachuu dhiisuu, ooduu.

hoofaa ma.
GAO

ulee fiixeen qaramee akka heeboo yookiin ankaasseetti nama gargaaru.

hoofichoo ma.
GAO

quncee warqee.

hoofii ma.
GAO

dhakaa adii yookiin aalacha jabeenya hinqabne; Hoofiin yoo bishaan tuqe ittuu caccaba.

hoofuu go.
GAO

faaraan dubbachuu dadhabuu, loqoduu.

hoogana ma.
GAO

1.xurii qabata dhadhaa mataa dibatan irraa dhufu. 2. aannan reefuu elmame kan hoomacha qabu. "qamman...

hooganaa'aa ad.
GAO

1 . kan hoogana ofi irraa qabu. 2. nama haasaa hinmi'oofne.

hooganaa'uu go.
GAO

qabata dhadhaa dibataniin uffanni yookiin qajjisni uraa'uu.

Sponsors