Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
hirba ma.
GAO

waan gumaa qabu wayiin sochoo'a, waliin maka.

hirbaa ma.
GAO

1. maqaa mukaa. 2. muka damee qabu kan ittiin waan ititi hirban.

hirbachuu go.
GAO

waan ititin qabu waliin dhawuu.

hirbisiisuu go.
GAO

akka hirbu, hirbitu gochuu.

hirboo 1
GAO

"irboo 1"  ilaalaa.

hirboo2
GAO

"irboo"ilaalaa.

hirdii ma.
GAO

marga akka jinjibilaatti buusu, yoo tuman kan keelloo fakkaatu.

hiree me.
GAO

kan dhaloota irraa namaa qoodame jedhamu, carraa, ixaa; Baddu hiree toltu siree.

hiriira ma.
GAO

baay'atanii deggersa yookiin balaaleffannaa agarsiisa.

hiriira nagayaa ma.
GAO

deggersa yookiin morrnii agarsiisuuf hiriira bahan.

hiriiruu go.
GAO

wal duraa duuba ba'aqii deemuu.

hiriyaa baafachuu go.
GAO

fira godhachuu,fira argachuu. hiriyooma ma.hiriyaa ta'iisa, michooma.

hiriyaa ma.
GAO

1. nama walii galteefi jaalallee walii qabu, michuu. 2. dhiiraafi dubartii. jaalala wal irraa qaban,...

hirkacha
GAO

"irkacha" ilaalaa.

hirkachiisuu
GAO

"irkachiisuu" ilaalaa.

hirkachuu
GAO

"irkachuu" ilaalaa.

hirkifamuu
GAO

"irkifamuu" ilaalaa. hirkisa "irkisa"  ilaalaa.

hirkisaa ad.
GAO

1.muka dallaatti hirkisan, dalasaa. 2. nama rakkina nama oolchu.

hirkisuu
GAO

"irkisuu" ilaalaa.

hirkoo
GAO

"irkoo" ilaalaa.

Sponsors