1.wanta himame. 2 . gorsa. 3. oduu yookiin dubbii bakka to'achu dhaqanii fidanii bakka barbaadamutti...
1.nama mala namaa dhaha jedhanii waa itti himatan. 2 waan maqoo kan nama garaat himatan.
1.himaata rakkoo, miidhaa bulchaatti himatan. 2. murtee Jallate gara bulchaa ol aanutti dabarsan.
1.komii nama tokkoo nama biraatti himacha. 2. rakkoo yookiin yaada ofii nama biraatti dhageessifacha...
bishaan ijaan yaa'u, kan soogidda soogidda jedhu, "Garaan boonyaan iji himimmaan hindhabu.