1. harka guddaa nama qabu 2. gara caaluu, hedduu ta'uu isaa xiqqoo kenneeti ofii harka caalu fudhate...
1.qodaa ofii namaa dabarsanii kennuu. 2. nama harkatti du'uu; Namni kun harka si dabarsaa of eegi.
fuuni yookiin heerumni torban tokko achi hafee sirba waarii waarii walitti dhufanii sirban, waarisis...
1.kenna dubartii deessee kennamu, gumaata. 2. harka fuuchaa matta'aa yockiin gubboo.
1.waan ta'eef harka dhawuu. 2 .harka waliin dhawuu. 3. barruu harkaa yookiin ganna waliin rukuta wal...
1. waan ta'e nama harkaa bu'ee baduu. mucaan nama jalaa du'uu. 3.waan ta'e rraanfachuu.
1. waan ta'e nama harkaa kufee baduu 2. qabeenyi nama harkaa dhumuu,horii fixachuu.