Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
harganuu go.
GAO

afuura dheeraa kukkutanii baasuu.

hari'a
GAO

"hariisaa" ilaalaa.

hari'achuu go.
GAO

1.fudhatanii deemuu. 2. lolanii mo'achuu.

hari'amuu go.
GAO

1.akka deemu godhamuu. 2. saani yookiin raanni korma argachuu, yaabamuu, gaanamuu.

hari'uu go.
GAO

1.akka fiigu gochuu 2. akka deemu gochuu. 3. kormi sa'a yookiin raada gaanuu.

hariifachiisuu go.
GAO

akka hatiifatu gochuu.

hariifachuu go.
GAO

waan ta'eef jarjaruu, muddamuu yookiin sardamuu.

hariifata ma.
GAO

waan ta'eef Jarjara, mudctama, sardama.

hariifataa ad.
GAO

nama waan ta'eef jarjaru yookiin muddamu, sardamaa.

hariira 1
GAO

"hiriira" ilaalaa.

hariira 2
GAO

"haarii" ilaalaa.

hariira nagayaa
GAO

"hiriira nagayaa" ilaalaa.

hariisaa ma.
GAO

1.akka fiigu yookiin kaatu gocha. 2. biyyaa baasa. 3. irraa yookiin biraa deemsisa. 4. kormi sa'atti...

hariisifachuu go.
GAO

ofiif akka hari'u yookiin hari'amtu gochuu.

hariisisuu go.
GAO

akka hari'u yookiin hari'amtu gochuu.

hariitii ma.
GAO

waan ta'e hojjechuuf jarjara,daddafa...

harinta ma.
GAO

mana dukanaa'aa, bakkee bulii.

harjaa ad.
GAO

nama nama oolchu, kan namaa laatu, doqna kan hinta'in,arjaa.

harjoomuu go.
GAO

harjaa ta'uu, arjoomuu.

harjummaa ma.
GAO

harjaa ta'iisa.

Sponsors