Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
hanqooqqaa
GAO

"haqooqqaa" ilaalaa.

hanqooqsisuu
GAO

"haqooqsisuu" ilaalaa.

hanqooquu
GAO

"haqooquu" ilaalaa.

hanqooqxuu
GAO

'haqooqxuu 1,2" ilaalaa.

hanquu ad.
GAO

kan gayiisa dhabe,kan hir'uu ta'e, kan guutuu hintaane.

hansara ma.
GAO

huuba yookiin qola gumaa midhaan irraa yoo tuman, yoo hororan w.k.f. bawu; "Garbuun mi'aaye jennaan ...

hansoosoo ma.
GAO

akaayii garbuu hinsheeramiin, kan hinshakashakamiin, kan hinshuqqulamiin, oshooshoo. 2.odoo danfaan ...

haphachuu go.
GAO

1.furdina dhabuu, haphii ta'uu. 2. addaan faffagaatanii biqiluu marguu.

haphee ma.
GAO

imimmaan mukaa kan walitti gorre, kan yoo addaan harkisan dhogonaa'u.

haphifachuu go.
GAO

akka haphii ta'u godhachuu.

haphifamuu go.
GAO

akka haphii ta'u godhamuu;. Midhaan kosii irra faca'u haphifamuu'qaba.

haphii ad.
GAO

1. kan furdina hingabne; Buddeenni haphiin nama hinquubsu.2. kan addaan faffagaatee biqile, marge.

haphina ma.
GAO

haphii ta'isa.

haphisuu go.
GAO

akka haphii ta'u gochuu.

haqa 1 ma.
GAO

kan soba hinta'in, dhugaa; Haqa dubbachuufi hojjechuun  nama  hinqaanessu.

haqa 2 ma.
GAO

waan mataa ofii kan ta'e; Haqa kee malee kan namaa hinbarbaadin.

haqa 3 ma.
GAO

waan ta' e wayitti haxaawa, bifa ittii luqqifacha.

haqoogsisuu go.
GAO

akka haqooqu gochuu, duguugsisuu.

haqooquu go.
GAO

waan qara qabuun keessattuu qeensaan duguuguu.

haqooqxuu 1 ad.
GAO

kan waan ta'e duguugdu.

Sponsors