handhuura muranii gudunfachuu.
1 . handhuurn muramee gudunfamuu. 2. guunfatamuu.
akka handhuuru yookiin handhuurtu gochuu.
kan handhuura murtee gudunfitu.
1 . handhuura muranii gudunfuu. 2. daldala irratti nama mooksuu yookiin gowwoomsuu.
"handhura" ilaalaa
"handhuraa" ilaalaa.
kan mataa ofii taasisuu, dhuunfachuu.
haphee daa'imti akka mastii alanfattu.
waan handaaqqoon, simbirri, bofni w.k.f. buuftu, kan. wucin keessaa baatu, buuphaa,killee.
buuphaa buusuu, buuphaa keessaa wucii yaasuu.
gayiisa dhabuu, hir'achuu; Uffanni na hanqate.
gosa qorichaa yoo garaa nama ciniin itti dhugan.
gayiisa dhabaa hir'uu ta'isa.
"hanquu" ilaalaa.
akka hingeenye gochuu, hir'isuu.
"haqooqa" ilaalaa.
"haqooqachuu" ilaalaa.
"haqooqamuu" ilaalaa.
"haqooqaa" ilaalaa