Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
alfii ad.
GAO

yeroo namatti yookiin horiitti jabeenyi guutummaan itti dhagahamu.

algada ma.
GAO

halkan darbe, 'eda.

algada ma.
GAO

halkan darbe, 'eda.

algata ma.
GAO

meeshaa akka saahinaa kan muka irraa hojjetamu.

algata ma.
GAO

meeshaa akka saahinaa kan muka irraa hojjetamu.

algee 1 ma.
GAO

marga dhallaanduu fakkaatu kan yoo tuman qaacaa bawu

algee 1 ma.
GAO

marga dhallaanduu fakkaatu kan yoo tuman qaacaa bawu

algee 2 ma.
GAO

daraaraa boqqolloon baasu.

algee 2 ma.
GAO

daraaraa boqqolloon baasu.

alii alii da.go.
GAO

takka takka, darbee darbee, yeroo hunda otoo hinta'in.

alii alii da.go.
GAO

takka takka, darbee darbee, yeroo hunda otoo hinta'in.

aliiwaayoo ma.
GAO

simbira diimtuu mataa guuttiyyaakan eegee dheerattu.

aliiwaayoo ma.
GAO

simbira diimtuu mataa guuttiyyaakan eegee dheerattu.

alkan
GAO

"halkan" ilaalaa.

alkan wadhakkaa
GAO

"halkan wadhakkaa" ilaalaa.

alkan wadhakkaa
GAO

"halkan wadhakkaa" ilaalaa.

alkanaa'uu
GAO

"halkanaa 'uu" ilaalaa.

alkanaa'uu
GAO

"halkanaa 'uu" ilaalaa.

alkaneeffachuu
GAO

"halkaneeffachuu" ilaalaa

alkaneessuu
GAO

"halkaneessuu" ilaalaa.

Sponsors