Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
gumii ma.
GAO

nama baay'ee, walda'a.

gumjaa
GAO

"gomjaa" ilaalaa.

gumjii
GAO

"gomjaa" ilaalaa.

gundoo ma.
GAO

hodhaa migiraa kan midhaan ittiin hammaaran, sorah yookiin haran; Gundoo midhaan ittiin ungulaalladh...

gunfura 1 ma.
GAO

kuula gudunfame,. mi'a fardaatti diramu (naqamu).

gunfura 2 ma.
GAO

qajjiisa magarfatanii dheereffatan.

gunguma ma.
GAO

didirrisa Waaqaa yookiln bokkaa, iyya bakakkaa mandi'a yookiin mandiisa.

gungumaa ma.
GAO

1. cinaan qotiyyoo kan tumame, kolaa. 2. burii yookiin cinaan.

guntuta ma.
GAO

harma dhaabatu, kan hinjigne.

guntuuta
GAO

"guntuta" iaalaa.

gur'aacha
GAO

"gurraacha" ilaalaa.

guraamala ma.
GAO

tumaa ilkaanii kan iddiddii tokko bira darbanii tokko tuman.

guraamalee
GAO

"guraamala" ilaalaa.

Guraandhala ma.
GAO

ji'a Amajjiifi Bitootessa gidduu jiru.

gurbaa ma.dha.
GAO

kan nama dhiira umriin isaa namaa gadii ittiin yaaman; Gurbaa koottu nideemnaa; Naa waami gurbaa san...

gurcuu ma.
GAO

muka hundee olitti irraa muramee lafa irratti hafe, gufuu; Gurcuu bocadhaa malee muka dhaabbataa hin...

gurdaa ma.
GAO

sa'a rimaa qabuu dide yookiin sa'a kormi irraa dhaabbachuu dide.

gurdaa uruu go.
GAO

akka saani rimaa godhattuuf waan rimaa godhachuu dhowwe sana qaama hormataa keessaa baasuu.

gurdaa'uu go
GAO

rimaa godhachuu diduu.

gurguddaa ad.
GAO

1. waan dhaabbiin xixiqqaa hinta'in; Horii gurguddaan gatii gaarii baasa. 2. waan ulfaataa, nama ulf...

Sponsors