Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
alanfacha
GAO

"alaanfacha" ilaalaa.

alanfachiisa
GAO

"alaanfachiisa" ilaalaa.

alanfachiisuu
GAO

"alaanfachiisuu" ilaalaa.

alanfachuu
GAO

"alaanfachuu" ilaalaa.

alanfatoo
GAO

"halaltuu" ilaalaa.

alangaa ma.
GAO

qaccee gabaabduu gogaa irraa yookiin fooyaa irraa hojjetamtu.

alangaa ma.
GAO

qaccee gabaabduu gogaa irraa yookiin fooyaa irraa hojjetamtu.

alangee
GAO

"alangaa" ilaalaa.

alba'a ma.
GAO

albaatii garaa keessaa baasa.

alba'a ma.
GAO

albaatii garaa keessaa baasa.

alba'uu go.
GAO

albaatiin garaa bawuu.

alba'uu go.
GAO

albaatiin garaa bawuu.

albaadhessa ad.
GAO

kan nyaattee hinquufne.

albaadhessa ad.
GAO

kan nyaattee hinquufne.

albaadhettii ad.
GAO

dubartii nyaattee hinquufne.

albaadhettii ad.
GAO

dubartii nyaattee hinquufne.

albaadhummaa ma.
GAO

albaadhessa ta'iisa.

albaadhummaa ma.
GAO

albaadhessa ta'iisa.

albaasa ma.
GAO

akka alba'u gocha.

albaasa ma.
GAO

akka alba'u gocha.

Sponsors