Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
gorsiisuu 1 go.
GAO

akkagorsu gochuu.

gorsiisuu 2 go.
GAO

akka goru gochuu.

gorsituu ad.
GAO

nama gorsa namaa kennu; Mucaan nama gaarii tureeyyu gorsituutu balleesse malee.

gorsuu ad.
GAO

kan gorsa namaaf kennu.

gorsuu go.
GAO

yaada gaarii namaa kennuu, waan wayyu namatti himuu, marii namaa kennuu. 2. yaada nama geeddarachiis...

goruu go.
GAO

karaa deeman dhiisanii igiritti dabuu yookiin igir seenuu; Odoon si eeguu natti goruu diddee galte m...

gosa 1 ma.
GAO

fira foonummaan yookiin dhiigummaan fagaatu, sanyii, lammii; Yeroo durii namni gosa Ada'aa yookiin M...

gosa 2 ma.
GAO

bifa yookiin akaakuu;Gosa shurraabii kee naa biti.

gosee ma.
GAO

daasii yookiin godoo; "Gosee gamaa balballi lama."

goshi
GAO

sagalee gammachuu ittiin dhageessisan, baga ta'e jechuuf; Goshi! baguma bultii godhate; Goshi! baga ...

gowaa ma.
GAO

dhiita cinaanii, abbaa koddaa; Gowaan gosa dhibee dhiiraati.

gowwaa ad.
GAO

nama gamnooma hinqabne; "Qaruutee lafa dhawanii gowwaa nafa dhawani."

gowwicha ad.
GAO

nama qaruutee yookiin gamna hinta'in.

gowwittii ad.
GAO

dubartii gamna yookiin qaruutee hinta'in.

gowwooma
GAO

"gowwummaa" ilaalaa.

gowwooma ma.
GAO

namni akka gowwaa ta'u, gamnummaa akka dhabu gocha.

gowwoomsuu go.
GAO

akka gowwaa ta'u yookiin gamnummaa akka dhabu gochuu.

gowwoomuu go.
GAO

gowwaa ta'uu, gamnummaa dhabuu.

gowwummaa ma.
GAO

gamnooma dhabiisa, qaruutee ta'uu dhabiisa.

guba ma.
GAO

1. o'ina waan ta'ee, kan baay'ee namatti dhaga'a 2. aarii guddaa. 3. lafa ofuma yookiin galabaan irr...

Sponsors