Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
gomboobsuu go.
GAO

akka gomboobu gochuu.

gomboobuu go.
GAO

mataan gadijechuu, wannidhaabbatu mataangadidhundhuluu, duufuu.

gomborama.
GAO

nafa dhalchaakan bineessa daggalaa;Waraabessi gombora arbaa kajeela.

gomjaa ma.
GAO

waan ta'e dhara'a yookiin barbaada guddaa; Haan hin' arganne gomjaa hinguddisin.

gomjii 1
GAO

"gomjaa"ilaalaa.

gomjii 2
GAO

"gemmii" ilaalaa.

gommaa ma.
GAO

1. laastikii gurraacha furdaa akka gomboo kan luka konkolaataa, roophilaa, yookiin bishkileetaatti k...

gomo 1
GAO

" hoxxee" ilaalaa.

gomo 2 ma.
GAO

kiyyoo simbira ittii qaban.

gomoolee ma.
GAO

bakka midhaan hin jirre kan horii fuudhanii marga dheechisuuf itti godaanan. "Gomooleen kan nama qar...

gondaa ma.
GAO

gosa mixii gurraacha gurguddaa, goondaa; Akka gondaa maaliif wal duukaa yaatu?

gongaa gaayyaa
GAO

"dhagaa gaayyaa" ilaalaa.

gonja'uu go.
GAO

waan ta'e baay'ee barbaaduu, kajeeluu, dharra'uu, gomja'uu; Waan argan hunda gonja'uu guddisuun gaar...

gonjaa
GAO

"gomjaa" ilaalaa.

gonjaasisuu go.
GAO

akka gonja'u gochuu, gomjaasisuu.

gonjooftuu ad.
GAO

dubartii gonja'uu guddistu, tan waan ta'e baay'istee barbaaddu yookiin dharraatu, gomjooftuu.

gonkii
GAO

"gonko" ilaalaa.

gonkisa ma.
GAO

hammeenya, jibba.

gonkisaa ad.
GAO

1. kan hammeenyaan beekamu, hamaa. 2 kan hinjaallatamne, jibbamaa. 3.bareedaa, midhagaa.

gonkisee ad.
GAO

1. dubarii hammeenyaan beekamtu, hamtuu. 2. dubartii hinjaallatamne, jibbamtuu. 3 tan bareeddu, miid...

Sponsors