Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
gidirsiisuu go.
GAO

akka gidiru gochuu.

gifira ma.
GAO

dhibee fuulatti nama shif jedhu, keessumattuu kan ijoollee qabu.

giiftii ad.
GAO

1. dubartii gabeenya guddaa gabdu, kan jireenyi itti tole; Garbittiin giittiifi gooftaadhaa luka dhi...

giiftummaa ma.
GAO

giiftii ta'iisa; Giiftummaaa kee kamiitati teessee na ajajja?

giigigsa ma.
GAO

wal faana did1cha yookiin gugumsa.

giigigsuu go.
GAO

wal faana didichuu yookiin faana didichuu yookiin gugumsuu; Roobni giigigsuu qabee Jalaa haa deemnu.

giigissa
GAO

"giigigsa" ilaala

giigissuu
GAO

"giigigsuu" ilaala.

giimessuu go.
GAO

abidda qabsiisanii mukulkulii mukukkulliakka bu' u gochu.

giimii ma.
GAO

mukulkula yookiin anaxa daaraan walitti hinmakamiin. giimiin bu'uu abiddi boba'ee mukukkulli bu'uu.

giinga'a ma.
GAO

sagalee tokko dubbatanii kan itti aanutti darbuu dadhabanii sagaleedhuma duraatti deddeebi'anii dubb...

giinga'aa ad
GAO

nama giinga'u, kan oggaa dubbatu arrabni hidhamu.

giinga'uu. go.
GAO

sagalee tokko irraa kan itti aanutti darbanii dadhabanii kanuma duraatti deddeebi'uu.

giingaa
GAO

"giinga'aa" ilaalaa.

giingaa ma.
GAO

dadhabbii, sagale tokko irraa tokkotti darbu hoggaa dubbatan nama irraa beeksisu.

giingaffachuu
GAO

"giinga'uu" ilaalaa.

giingiftuu ad.
GAO

dubartii giingoo, tan oggaa waa dubbattu arrabni hidhamu,

gilgidaa
GAO

"odolcha" ilaalaa.

gilindi'aa ma.
GAO

keessummaa keessummeessuuf oli gadi jecha.

gilindisaa ad.
GAO

1. nama gabaabaa furdaa naatoo qabu, kan yoo hojjetu harka o'u. 2. nama essumma keessummeessuuf olii...

Sponsors