Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
garanbaa ma.
GAO

gosa mukaa.

gararraa da.go.
GAO

gara ol aanu.

garas da. go.
GAO

gara san, karaa san, achi; Hoolota garas dabarsiitii soogidda arraabsisi.

garba 1 ma.
GAO

1. nama dur oggaa namni gurguramu bitamu yookiin gurguramu. 2.(arrabsoof) nama bifti gurraachaa.

garba 2 ma
GAO

1. bishaan ciisaa keessi gadi fagaatu; Bishaan yaa'u irra garba daakuutu namatti tola. 2 waan baay'e...

garba diimaa
GAO

"galaana diimaa" ilaalaa.

garbicha ma.
GAO

dhiira bitame yookiin gurgurame, kan garba ta'e (dur).

garbii ma.
GAO

muka laaftoo fakkaatu.

garbittii ma.
GAO

1. dubartii bitamte yookiin gurguramte, tan garba taate (dur). 2. sagalee jaalala agarsiisu.

garbooma
GAO

"garbumrnaa" ilaalaa.

garboomuu go.
GAO

 1. garba ta'uu, namni bitamuu yookiin gurguramuu. 2. seera rnalee namni narnatti roorrisuu.

garbummaa ma.
GAO

garba ta'iisa.

gardaasaa ma.
GAO

mataa shaashiidhaan duubaatti luuccessanii shaph godhatan.

garee ma.
GAO

tapha wal faana taphachuuf gooda namoonni itti wal qoodan, murna; Tapha kubbaa miillaatiin gareen Bi...

garero ma.
GAO

coocoo aannan itti naqan, kan jalli baldhatee mormi qaldhatu.

gargaara ma.
GAO

1. nama waa hojjachaa jiru akka hojiin sun dafee dhumuuf wajjin hojjecha. 2. nama rakkoo qarshii qab...

gargaaramuu go.
GAO

gargaarsa argachuu; Inni gargaaramu malee hojii kana hinfixu.

gargaarii ma.
GAO

haamaa humna ofiitiifi qarshi fudhatanii maasii ormaa haaman; Gargaarii haameetan daara bitadhe.

gargaarsa
GAO

"gargaara" ilaalaa.

gargaarsisuu go.
GAO

akka gargaaru gochuu.

Sponsors