Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
alaawaa ad.
GAO

1. kan fooliin bade. 2. foon bubbulee ajaaye.

alaawaa ad.
GAO

1. kan fooliin bade. 2. foon bubbulee ajaaye.

alaawuu go.
GAO

1. fooliin baduu. 2. foon bubbulee xiraawuu, foolii godhachuu.

alaawuu go.
GAO

1. fooliin baduu. 2. foon bubbulee xiraawuu, foolii godhachuu.

alabaasii ma.
GAO

gosa agadaa yookiin alaa.

alabaasii ma.
GAO

gosa agadaa yookiin alaa.

alabaasisuu go.
GAO

akka ala baasu gochuu.

alabaasisuu go.
GAO

akka ala baasu gochuu.

alafkacha
GAO

"alanfacha" ilaalaa.

alafkachiisa
GAO

"alanfachiisa" ilaalaa

alafkachiisuu
GAO

"alanfachiisuu" ilaalaa·.

alafkachuu
GAO

"alanfachuu" ilaalaa.

alagaa
GAO

"halagaa" ilaalaa.

alagummaa
GAO

"halagummaa" ilaalaa.

Alakuu ma.
GAO

gosa Oromoo.

Alakuu ma.
GAO

gosa Oromoo.

alala 1
GAO

"halalal" ilaalaa.

alala 1
GAO

"halalal" ilaalaa.

alala 2
GAO

"halala 2" ilaalaa.

alala 2
GAO

"halala 2" ilaalaa.

Sponsors