Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
gammaduu go.
GAO

gammachuu argachuu; Kan gammadu nama yaanni isaa guuteeti.

gammata ma.
GAO

1. amma wanti ta'e baay'atu, ulfaatu,w.k.f. odoo hinbeekin yookiin hinhubatiin  hima. 2. gatii wayi...

gammatachuu go.
GAO

1. gatii mi'a ofii himachuu.2. bakka namni nama irraa liqeeffatee namaa deebisuu dadhabee mi'a ta'e ...

gammatuu go.
GAO

hamma wanti ta'e baay'atu, ulfaatu, w.k.f.

gamuu 2 go.
GAO

humna dhabuu,dadhabuu, laafuu; Gamnaaniif muka jala taa'ee boqote.

gana ma.
GAO

waan itti walii galan keessa deebii yookiin duubatti deebii, waan tole jedhan deebi'anii dicta, haal...

ganaa 2 ma.
GAO

keessa harkaa, barruu harkaa; Ganaa koo rukuteeti natti kakate; Akaayii ganaatti hammaarratee baye.

ganaa da. go.
GAO

yeroon hingeenye jecha; Amma ammaa hindeemne ganaa boru deemna.

ganaanaa ma.
GAO

bukoo tolfamuuf qophaaye irraa qicaani danfisanii akka buddeena miidhaksuuf deebisanii bukootti maka...

ganama ma.
GAO

yeroo erga alkan bari'ee qabee amma waareetti jiru.

ganamuu go.
GAO

waan duraan irratti walii galan duubatti deebi'amee didamuu, haalamuu.

ganda ma.
GAO

1.qeyee yookiin mandara namoonni jiraatan. 2. mana ormaa; Bultii godhachuu dhiiftee maalif ganda irr...

gandii ma.
GAO

dhibee horii.

gangalacha
GAO

"gangalata" ilaalaa.

gangalachiisuu go.
GAO

akka gangalatu gochuu yookiin gargaaruu.

gangalachuu go.
GAO

nafaan wayi irra garagaluu yookiin konkolaachuu.

gangalannaa
GAO

"gangalata" ilaalaa.

gangalata ma.
GAO

nafaan wayi irra gaggaragala yookiin konkolaacha; Harreen daaraa irra gangalata jaallatti.

gangalcbiiauu go.
GAO

akka gangalatu gochuu yookiin qarqaaruu; Barmeeliin kun hin ulfaataa koottuucii naa gangalchiisi.

gangalcha ma.
GAO

nafaan wayi irra gaggaragalcha yookiin konkolaachisa.

Sponsors