Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
firoomfachuu go.
GAO

fira baafachuu; Gamni halagaa firoomfata.

firoomfachuu go.
GAO

fira baafachuu; Gamni halagaa firoomfata.

firoomsuu go.
GAO

fira taasisuu, walitti kalaasuu.

firoomsuu go.
GAO

fira taasisuu, walitti kalaasuu.

firoomuu go.
GAO

fira ta'uu, walitti kala'uu; Jarri firooma wal irraa hinqaban.

firoomuu go.
GAO

fira ta'uu, walitti kala'uu; Jarri firooma wal irraa hinqaban.

firrisa ma.
GAO

dura bay'isa.

firrisa ma.
GAO

dura bay'isa.

firrisaa ad.
GAO

1. fiida kan ta'e. 2. maqaa namaa.

firrisaa ad.
GAO

1. fiida kan ta'e. 2. maqaa namaa.

firrisuu go.
GAO

yaadaan, hojiin,w.k.f. nama dura bawuu; Firriseeti uleedhaan isa dhaye.

firrisuu go.
GAO

yaadaan, hojiin,w.k.f. nama dura bawuu; Firriseeti uleedhaan isa dhaye.

fishkaa ma.
GAO

mi'a afuufanii ittiin dhageessisan; Poolisin fishkaa hattuutti afuufee qabe.

fitfitoo
GAO

"fataffata" 1laalaa.

fittaala ma.
GAO

uffata dubartii kan qacceen yookiin qarqarri godhamee akka baaqqeetti of irra buuftee dhimm deemtu.

fittaala ma.
GAO

uffata dubartii kan qacceen yookiin qarqarri godhamee akka baaqqeetti of irra buuftee dhimm deemtu.

fixa ma.
GAO

dhumiinsa waan ta'ee.

fixa ma.
GAO

dhumiinsa waan ta'ee.

fixachiisuu go.
GAO

akka fixatu gochuu.

fixachiisuu go.
GAO

akka fixatu gochuu.

Sponsors