Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
finxiriirsuu go.
GAO

akka finxiriiru gochuu; Otoo aduun hincabin hoolota finxiriirsee galche.

finxiriiruu go.
GAO

humnaan fiiguu; Saan eegee randa irra facaatteeti finxiriirte.

finxiriiruu go.
GAO

humnaan fiiguu; Saan eegee randa irra facaatteeti finxiriirte.

fira ad.
GAO

1.aantee dhaloota irraa dhufuu. 2. aantee beekumsaa.

fira ad.
GAO

1.aantee dhaloota irraa dhufuu. 2. aantee beekumsaa.

firdii
GAO

"murtii" ilaalaa.

firee ma.
GAO

buusaa yookiin ija kan yoo facaasan marguu danda'u.

firee ma.
GAO

buusaa yookiin ija kan yoo facaasan marguu danda'u.

firfirfamuu go
GAO

Oliifi gadi facaafamuu.

firfirfamuu go
GAO

Oliifi gadi facaafamuu.

firfirsuu go.
GAO

oliifi gadi facaasuu; Afaa dhallaanduu mana keessa firfirse.

firfirsuu go.
GAO

oliifi gadi facaasuu; Afaa dhallaanduu mana keessa firfirse.

firinxiichuu go.
GAO

akka firinxiixu gochuu.

firinxiichuu go.
GAO

akka firinxiixu gochuu.

firinxiixa ma.
GAO

burraaqa, kaacha.

firinxiixa ma.
GAO

burraaqa, kaacha.

firinxiixuu go.
GAO

burraaquu, kaachuu yookiin eegee ol kaasanii danabsaa irra kaachuu; Jabbiin aannan quufte nifirinxii...

firinxiixuu go.
GAO

burraaquu, kaachuu yookiin eegee ol kaasanii danabsaa irra kaachuu; Jabbiin aannan quufte nifirinxii...

firooma ma
GAO

fira ta'isa,

firooma ma
GAO

fira ta'isa,

Sponsors