duraan durseetuu, akka kanaanuu; Inni akkanaanuu nan jaallatuu waan isaa keessa hinseenu.
akka san.
"akka'oo" ilaalaa.
waan ta'e bitanii deebisanii gurguranii bu'aa baay'ee keessaa argachu.
"akkeessa" ilaalaa.
"akkeessaa" ilaalaa.
"akkeessituu" ilaalaa.
"akkeessuu" ilaalaa.
nama aarsuudhaaf waan inni jedhe jecha yookiin waan inni godhe gocha.
1.kan nama akkeessu. 2. "akkeessa" ilaalaa.
nama akkeessuu guddisu.
nama aarsuudhaaf waan inni jedhe jechuu yookiin waan inni godhe gochuu.
"akeeka" ilaalaa.