Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
fedhuu go.
GAO

waan ta'e dharra'uu yooki1n hawwuu; Foon fedheeti tumaalessa bitate.

feelsata
GAO

"filchata" ilaalaa.

feesisuu go.
GAO

akka fe'u gochuu.

feesisuu go.
GAO

akka fe'u gochuu.

ffaa fu.
GAO

dursa waan jiru keessaa harka meeqa akka ta'e kan agarsiisu; Ijoollee digdama keessaa tokkoffaa baye...

ffaa fu.
GAO

dursa waan jiru keessaa harka meeqa akka ta'e kan agarsiisu; Ijoollee digdama keessaa tokkoffaa baye...

fi fu.
GAO

1.fufa rnaqaatti aanee galu, kan waan namaa dhufu yookiin argatan agarsiisu; Gammachuudhaafi daara b...

fi fu.
GAO

1.fufa rnaqaatti aanee galu, kan waan namaa dhufu yookiin argatan agarsiisu; Gammachuudhaafi daara b...

fidala
GAO

"qubee 2" 1laalaa.

fiduu go.
GAO

achii as dhiyeessuu; Muka garu mannatti tide.

fiduu go.
GAO

achii as dhiyeessuu; Muka garu mannatti tide.

figgimsa ma.
GAO

1.dhahanii yookiin darbatanii kuffisa. 2. battalatti ajjeesa.

figgimsa ma.
GAO

1.dhahanii yookiin darbatanii kuffisa. 2. battalatti ajjeesa.

figgimsiisuu go.
GAO

akka figgimsu gochuu.

figgimsiisuu go.
GAO

akka figgimsu gochuu.

figgimsuu go.
GAO

1. dhahanii yookiin darbatanii kuffisuu; Kaballaadhaan dhaheeti figgimse. 2. dhahanii battalatti aj...

figgimsuu go.
GAO

1. dhahanii yookiin darbatanii kuffisuu; Kaballaadhaan dhaheeti figgimse. 2. dhahanii battalatti ajj...

fii
GAO

dursa gaaffii wajjin galu; Mucaa rukutuufii?

fiixa ad.
GAO

dhumaatii yookiin bantii waan tokkoo; Fiixa eebootu isa waraane.

fiixa ad.
GAO

dhumaatii yookiin bantii waan tokkoo; Fiixa eebootu isa waraane.

Sponsors