Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
fe'a ma.
GAO

dugda waan ta'ee irratti ba'aa hidhiisa.

fe'achuu go.
GAO

1.ba'aa horii fe'iisaa irra keewwatanii qophaa'uu. 2. fe'anii kaafachuu. 3. gar malee fudhachuu; Ny...

fe'achuu go.
GAO

1.ba'aa horii fe'iisaa irra keewwatanii qophaa'uu. 2. fe'anii kaafachuu. 3. gar malee fudhachuu; Nya...

fe'amuu 1 go.
GAO

dugda waan ta'ee irratti ba'aan keewwamuu yookiin hidhamuu.

fe'amuu 1 go.
GAO

dugda waan ta'ee irratti ba'aan keewwamuu yookiin hidhamuu.

fe'amuu 2 go.
GAO

waanti garaa bu'u karaa maqee boombaani hafuuraa yeroodhaaf cuqqaalamuu.

fe'amuu 2 go.
GAO

waanti garaa bu'u karaa maqee boombaani hafuuraa yeroodhaaf cuqqaalamuu.

fe'iisa
GAO

"fe'isa" ilaalaa.

fe'iisa
GAO

"fe'isa" ilaalaa.

fe'isa ma.
GAO

midhaan yookiin mi'a fe'atan; Garbuu fe'isa tokko bitate.

fe'isa ma.
GAO

midhaan yookiin mi'a fe'atan; Garbuu fe'isa tokko bitate.

fe'uma ma.
GAO

teepha yookiin wadaroo ittiin fe'iisa fe'atan.

fe'uma ma.
GAO

teepha yookiin wadaroo ittiin fe'iisa fe'atan.

fe'uu 1 go.
GAO

1. fe'iisa irra kaa'aanii itti hidhuu. 2.fe'iisa bakkatti deebi'uu. 3.fe'anii kaasuu.

fe'uu 1 go.
GAO

1. fe'iisa irra kaa'aanii itti hidhuu. 2.fe'iisa bakkatti deebi'uu. 3.fe'anii kaasuu.

fe'uu 2 go.
GAO

nyaanni, dhugaatiin yookiin gororri karaa maqee boombaa hafuuraa yeroodhaaf cufuu; Bishaantu fe'ee g...

fe'uu 2 go.
GAO

nyaanni, dhugaatiin yookiin gororri karaa maqee boombaa hafuuraa yeroodhaaf cufuu; Bishaantu fe'ee g...

fedha ma.
GAO

dharraa yookiin hawwa namatti dhagayamu.

fedha ma.
GAO

dharraa yookiin hawwa namatti dhagayamu.

fedhuu go.
GAO

waan ta'e dharra'uu yooki1n hawwuu; Foon fedheeti tumaalessa bitate.

Sponsors