Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
fataffachiisuu go.
GAO

akka fataffatu gochuu,faffachiisuu.

fataffachiisuu go.
GAO

akka fataffatu gochuu,faffachiisuu.

fataffata ma.
GAO

nyaata buddeena yookiin qixxaa kukkutame  irraa aannan, ittoo yookiin waxiitti naqamee qophaa'u, fa...

fataffata ma.
GAO

nyaata buddeena yookiin qixxaa kukkutame  irraa aannan, ittoo yookiin waxiitti naqamee qophaa'u, fa...

fataffatamuu go.
GAO

fataffata ta'uu; Buddeenni garbuu aannaniin yoo fataffatame mi'aaya.

fataffatamuu go.
GAO

fataffata ta'uu; Buddeenni garbuu aannaniin yoo fataffatame mi'aaya.

fataffatuu go.
GAO

1. fataffata qopheessuu, faffatuu 2. dubbll waliin dhawuu.

fataffatuu go.
GAO

1. fataffata qopheessuu, faffatuu 2. dubbll waliin dhawuu.

fatanaa
GAO

"qorumsa" ilaalaa.

fattaga ma.
GAO

tumiinsa midhaanii akka garbuu.

fattaga ma.
GAO

tumiinsa midhaanii akka garbuu.

fattagaa ad.
GAO

kan fattagame;Fattagaan qamadii akaawwii hinta'u.

fattagaa ad.
GAO

kan fattagame;Fattagaan qamadii akaawwii hinta'u.

fattagamuu go.
GAO

waanti akka garbuu tumumee qolli irraa baafarnuu.

fattagamuu go.
GAO

waanti akka garbuu tumumee qolli irraa baafarnuu.

fattagsiisuu go.
GAO

akka fattagu gochuu.

fattagsiisuu go.
GAO

akka fattagu gochuu.

fattaguu go.
GAO

midhaan akka garbuu dhuubanii qola irraa tumuu; Qixxaan qamadii hoggaa fattagan addaata.

fattaguu go.
GAO

midhaan akka garbuu dhuubanii qola irraa tumuu; Qixxaan qamadii hoggaa fattagan addaata.

fattanamuu go.
GAO

fatanaa ykn qorumsa fudhachuu, qoratamuu.

Sponsors