Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
akka da. go.
GAO

fakkeenya waan tokkoo "Akka abaluuttan sirbaan morrna nama dabsa (jallisa). “Akka baran dhiisanii...

akka dhabee ad.
GAO

gara dhabduu, rakkattuu.

akka dhabee ad.
GAO

gara dhabduu, rakkattuu.

akka dhabuu go.
GAO

gara dhabuu, rakkachuu.

akka dhabuu go.
GAO

gara dhabuu, rakkachuu.

akka malee da.go.
GAO

seera malee, gara-male , akka hintaane, hara malee, qixa malee; Akka malee yoo furdisan qixxaan hi...

akka malee da.go.
GAO

seera malee, gara-male , akka hintaane, hara malee, qixa malee; Akka malee yoo furdisan qixxaan h...

akka qabaachuu go.
GAO

Seera qabaachuu, karaa qabaachuu; Haasofni jaarsa wajjin haasa'an akka qaba.

akka qabaachuu go.
GAO

Seera qabaachuu, karaa qabaachuu; Haasofni jaarsa wajjin haasa'an akka qaba.

akka'oo ma.
GAO

haadha abbaa yookiin haadha haadhaa,akkoo.

akka'oo ma.
GAO

haadha abbaa yookiin haadha haadhaa,akkoo.

akkaataa da.go
GAO

akka yookiin karaa wanti tokko ittiin hojjetamu yookiin ta'u.

akkaataa da.go
GAO

akka yookiin karaa wanti tokko ittiin hojjetamu yookiin ta'u.

akkamachuu
GAO

"hakkamachuu" ilaalaa.

akkamsiisuu
GAO

"hakkamsiisuu" ilaalaa.

akkamuu
GAO

"hakkamuu" ilaalaa.

akkana da. go.
GAO

akka kana; Kan isaan jedhan akkasi miti akkana.

akkana da. go.
GAO

akka kana; Kan isaan jedhan akkasi miti akkana.

akkanaan da. go.
GAO

akka kanaan.

akkanaan da. go.
GAO

akka kanaan.

Sponsors