otoo hinhubatin, tilmaamaan, dunyitti.
waan yartuu yookiin fokkuu; Saani jabbii tata dhalte.
1. fafa ta'uu; Sobni nama fafeessa. 2. hanquu ta'uu; Daarri miicamnaan fafate.
fafa kan ta'e, xinnoo; Mucaa fafee tokkotu isa arabse.
akka fafeessu gochuu.
fafa taasisuu, xinneessuu; Laaxaa mureeti fafeesse.
"fataffata" ilaalaa.
of raasa, asiifi achi of darbacha.
dhiyaacha dhabiisa, achi siqa.
gara fagoo dhagsiisuu.
bakka duraa irraa achi siquu.