Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
faaqamuu go.
GAO

waanti hinbarbaadamne irraa kaafamuu.

faaqamuu go.
GAO

waanti hinbarbaadamne irraa kaafamuu.

faaqii ma.
GAO

nama yookiin gosa gogaa duugee hulu.

faaqii ma.
GAO

nama yookiin gosa gogaa duugee hulu.

faaqqachuu go.
GAO

irraa soqachuu, duuggachuu; Ganna nyaachuuf warqee faaqqate.

faaqqachuu go.
GAO

irraa soqachuu, duuggachuu; Ganna nyaachuuf warqee faaqqate.

faaqsisuu go.
GAO

akka faaqu gochuu.

faaqsisuu go.
GAO

akka faaqu gochuu.

faaquu go.
GAO

qola irraa kaasuu yookiin gogaa irraa duuguu; Faaqiin gogaa faaqeeti bula.

faaquu go.
GAO

qola irraa kaasuu yookiin gogaa irraa duuguu; Faaqiin gogaa faaqeeti bula.

faara ad.
GAO

rakkoo malee, nagaa.

faara ad.
GAO

rakkoo malee, nagaa.

faara dhabuu go.
GAO

nagaa dhabuu, dhukkubsachuu.

faara dhabuu go.
GAO

nagaa dhabuu, dhukkubsachuu.

faara dhowwuu go.
GAO

nagaa dhabsiisuu, akka dhibamu gochuu.

faara dhowwuu go.
GAO

nagaa dhabsiisuu, akka dhibamu gochuu.

faara qabaachuu go.
GAO

nagaa argachuu, namqtti wayyaa'uu.

faara qabaachuu go.
GAO

nagaa argachuu, namqtti wayyaa'uu.

faarfachuu
GAO

"faarsachuu" ilaalaa.

faarfamuu
GAO

"faarsamuu" ilaalaa.

Sponsors