Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
akaawii ma.
GAO

midhaan dheedhii akka boqqolloo, garbuu,atarii eelee irratti abiddaan bilchaate, akaayii.

akaawii ma.
GAO

midhaan dheedhii akka boqqolloo, garbuu,atarii eelee irratti abiddaan bilchaate, akaayii.

akaawuu go.
GAO

midhaan dheedhii eelee irratti muka akaayiitiin gaggaragalchaa bilcheessuu.

akaawuu go.
GAO

midhaan dheedhii eelee irratti muka akaayiitiin gaggaragalchaa bilcheessuu.

akaayii
GAO

"akaawii" ilaalaa.

akeeka ma.
GAO

1. waan ta'e qalbiin ilaala, hubacha. 2. kaayyoo.

akeeka ma.
GAO

1. waan ta'e qalbiin ilaala, hubacha. 2. kaayyoo.

akeekamuu go.
GAO

1. qalbiin ilaalamuu, hubatamuu. 2. kaayyoon bawuu.

akeekamuu go.
GAO

1. qalbiin ilaalamuu, hubatamuu. 2. kaayyoon bawuu.

akeekkacha
GAO

"akeeka" ilaalaa.

akeekkachiisuu go.
GAO

akka akeekkatu gochuu.

akeekkachiisuu go.
GAO

akka akeekkatu gochuu.

akeekkachuu go.
GAO

1. qalbiin ilaallachuu, hubachuu. 2. barachuu, harkaa galfachuu; Wayyaa hodhaa ji'a lama yoo  barat...

akeekkachuu go.
GAO

1. qalbiin ilaallachuu, hubachuu. 2. barachuu, harkaa galfachuu; Wayyaa hodhaa ji'a lama yoo  bara...

akeekkassisu go.
GAO

"akeekkachiisuu" ilaalaa.

akeekkassisu go.
GAO

"akeekkachiisuu" ilaalaa.

akeekkassisuu
GAO

"akeekkachiisuu" ilaalaa.

akeekuu
GAO

akeekkachuu ilaalaa.

akiimi
GAO

"hakiimii" ilaalaa.

akka da. go.
GAO

fakkeenya waan tokkoo "Akka abaluuttan sirbaan morrna nama dabsa (jallisa). “Akka baran dhiisaniit...

Sponsors