Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
faafamuu go.
GAO

oliifi gadi oofamuu, muddamuu; Mucaa faafeeti.balaa irra buuse.

faaffa'uu go.
GAO

foon baasuu, furdachuu.

faaffa'uu go.
GAO

foon baasuu, furdachuu.

faaffaa ma.
GAO

daakuu midhaan adda addaa irraa qophaa'ee ijoolleedhaa marqan; Faaffaan ijoollee furdisa.

faafuu go.
GAO

1. oliifi gadi oofuu, mudduu. 2. gar malee aarsuu; Niitii kan faafu hinaafeeti.

faagaa ma.
GAO

lafa qotamee galoon (lolaan) keessa yaa'u, bo'oo; Fardi otoo danabsuu faagaa seene.

faaggaa ma.
GAO

mi'a leemmana furdaa irraa hojjetamee yeroo sirbaa afuufan; Cidha irratti faaggaafi dibbee qabatanii...

faajjii ma.
GAO

1. gosa Orornoo. 2. mallattoo biyyaaf dhaabbatu, alaabaa,baandiraa;Dargaggoonni faajjii qabataniiti...

faajjii ma.
GAO

1. gosa Orornoo. 2. mallattoo biyyaaf dhaabbatu, alaabaa,baandiraa;Dargaggoonni faajjii qabataniiti ...

faakkii ad.
GAO

kan fakkaatu, muraa; Gaangeen fakkii harreeti.

faala ma.
GAO

1. faltii yookiin dhoqqee diba. 2. waan yaraa keessa nama galcha.

faalachuu go.
GAO

saani akka hinhoosifne faltii dibachuu; Jabbiin akka hinhoone mucha sa'aa faalachuu.

Sponsors