ofii jedhanii waan ta'e namatti erguu. 2. dhaamsa dhaammachuu.
ergaa dabarsa, dhaqiisa,deeminsa.
1.kan egamu. 2. waan ta'e tole Jedhee kan fudhatu.
namni tokko ergaa akka namaa geessu gocha.
daaruun yookiin rakkoon biraa nama argacha.
kan rakkoon irra gaye.
rakkoon adda addaa nama argachuu, dhiphamuu.
rakkina irraan gawuu, dhiphisuu, miidhuu.
erga akkasta'een booda; Maalummaan ergas beekame.
yeroo sanaan as, sanaan booda; Ergasii homaa hindhageenye.