Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
eessuma ma.
GAO

obboleessa haadhaa.

eessuma ma.
GAO

obboleessa haadhaa.

eessumoo
GAO

"eessuma" ilaalaa.

eeyyee da.go.
GAO

sagalee walii gala ibsu, kan jedhame dhugaadha yookiin haata'u jechuu kan agarsiisu.

eeyyee da.go.
GAO

sagalee walii gala ibsu, kan jedhame dhugaadha yookiin haata'u jechuu kan agarsiisu.

eeyyeen
GAO

"eeyyee" 1laalaa.

eger
GAO

"egeree 2" ilaalaa.

egeree da. go.
GAO

1. bara dhufu, hara gara fuulduraa, waggaa dhufu. 2. yeroo kanaa achii, maayessa, booda; Amma natti...

egeree da. go.
GAO

1. bara dhufu, hara gara fuulduraa, waggaa dhufu. 2. yeroo kanaa achii, maayessa, booda; Amma natti ...

ejeraa ma.
GAO

gosa mukaa.

ejeraa ma.
GAO

gosa mukaa.

ejja ma.
GAO

seeraan alatti dhiirri dubartii yookiin dubartiin dhiira bira dhaqa.

ejja ma.
GAO

seeraan alatti dhiirri dubartii yookiin dubartiin dhiira bira dhaqa.

ejje.
GAO

jecha tuffii yookiin Jibba ittiin agarsiisan.

ejje.
GAO

jecha tuffii yookiin Jibba ittiin agarsiisan.

ejjechii'a go.
GAO

akka dhaabbatu gochuu.

ejjechii'a go.
GAO

akka dhaabbatu gochuu.

ejjechuu go.
GAO

taa'uu yookiin deemuu dhiisanii dhaabbachuu.

ejjechuu go.
GAO

taa'uu yookiin deemuu dhiisanii dhaabbachuu.

ejjichiisuu go.
GAO

akka ejjatu gochuu.

Sponsors