Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
eega 1 da.go.
GAO

erga akkas ta'ee; Eega inni deemee dhufte.

eega 2
GAO

"eegee" ilaalaa.

eega 2
GAO

"eegee" ilaalaa.

eegala ma
GAO

calqaba, ka'iisa.

eegala ma
GAO

calqaba, ka'iisa.

eegalachuu go.
GAO

waan ta'e calqabachuu yookiin hundeeffachuu.

eegalachuu go.
GAO

waan ta'e calqabachuu yookiin hundeeffachuu.

eegalsiisuu go.
GAO

akka' eegalu qochuu.

eegalsiisuu go.
GAO

akka' eegalu qochuu.

eegaluu go.
GAO

calqabuu yookiin hundeessuu.

eegaluu go.
GAO

calqabuu yookiin hundeessuu.

eegamuu go.
GAO

1.akka hinbanne yookiin waa hintaane tikfamuu 2. dhufaatiin yookiin gayiinsa. 3.dagata malee dhagge...

eegamuu go.
GAO

1.akka hinbanne yookiin waa hintaane tikfamuu 2. dhufaatiin yookiin gayiinsa. 3.dagata malee dhaggee...

eegasii
GAO

"ergasii"  ilaalaa.

eegee ma.
GAO

1.qaama horii kan duuba irraan gadi rarra'u; "Eegee qabaatteef re 'een hormaata hindhofkattu". 2. d...

eegee ma.
GAO

1.qaama horii kan duuba irraan gadi rarra'u; "Eegee qabaatteef re 'een hormaata hindhofkattu". 2. du...

eeggacha ma.
GAO

akka nama Jalaa hinbanne yookiin hinfudhatamne gocha. 2. utuu hindagatin dhufaatii waan ta'ee eeguu...

eeggacha ma.
GAO

akka nama Jalaa hinbanne yookiin hinfudhatamne gocha. 2. utuu hindagatin dhufaatii waan ta'ee eeguu.

eeggachiisuu
GAO

akka eeggatu gochuu.

eeggachuu go.
GAO

1.akka nama Jalaa hinbanne gochuu. 2. dhufaatii waan ta'ee eeguu. 3. of dagachuu dhiisuu.

Sponsors