dongoraadhaan boollessuu, horduu; Lafa dallaa ijaarratu dongoruu deeme.
"doqna" ilaalaa.
dongoraa gurra sadi qabu, kan yeroo hedduu ittiin jirbii diriirsan.
akka doobanaa'u gochuu.
sibiilli jiidhee yookiin qilleensaa tuqamee bifti geeddaramee qara dhabuu, doomuu, siilla' uu; Sibi...
sibiilli jiidhee yookiin qilleensaa tuqamee bifti geeddaramee qara dhabuu, doomuu, siilla' uu; Sibii...
bifa adiiniifi gurraachi wal make, bullee.
baala qaamni hundi qoree shishifii qabu, kan yc;io tuqan nama gubu.
ganboo xinnoo, darbee, shullee.
(qaanii)qaama hormaata dubartii, buqushaa, shooshoo.
kan homaa hinbeekne, wallaalaa; "Hangafa doofaa quxisuutu warra dhaala."