Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
ajala ma.
GAO

guyyaa du'aa; Namichi ajalli ga'ate tasa harka na dabarse.

ajala ma.
GAO

guyyaa du'aa; Namichi ajalli ga'ate tasa harka na dabarse.

ajeeffamuu go.
GAO

1. ajaa'aa ta'uu. 2. gara malee jibbamuu.

ajeeffamuu go.
GAO

1. ajaa'aa ta'uu. 2. gara malee jibbamuu.

ajeessa ma.
GAO

1. akka ajaawu gocha. 2. indaaqqoon wucii baasa dida.

ajeessa ma.
GAO

1. akka ajaawu gocha. 2. indaaqqoon wucii baasa dida.

ajeessisuu go.
GAO

akka ajeessu gochuu.

ajeessisuu go.
GAO

akka ajeessu gochuu.

ajeessuu go.
GAO

1. akka fooliin badu gochuu, akka xiraawu yookiin ajaawu gochuu. 2. indaaqqoon ilmoolee buuphaa (han...

ajeessuu go.
GAO

1. akka fooliin badu gochuu, akka xiraawu yookiin ajaawu gochuu. 2. indaaqqoon ilmoolee buuphaa (ha...

ajjamsiisuu go.
GAO

akka ajjamu gochuu.

ajjamsiisuu go.
GAO

akka ajjamu gochuu.

ajjamuu go.
GAO

waan ta'e hojjechuuf yookiin dubbachuuf yaaduu yookiin kajeeluu.

ajjamuu go.
GAO

waan ta'e hojjechuuf yookiin dubbachuuf yaaduu yookiin kajeeluu.

ajjeechisuu go.
GAO

"ajjeesisuun" ilaalaa.

ajjeechisuu go.
GAO

"ajjeesisuun" ilaalaa.

ajjeerachuu go.
GAO

akka baaxiin manaa yookiin darabaan gootaraa hindhimmifne galabaa, citaa yookiin migira itti uwwifac...

ajjeerachuu go.
GAO

akka baaxiin manaa yookiin darabaan gootaraa hindhimmifne galabaa, citaa yookiin migira itti uwwifa...

ajjeeramuu go.
GAO

akka baaxiin manaa yookiin darbaan gootaraa hindhimmifne galabaan, citaan yookiin migirri itti uwwif...

ajjeeramuu go.
GAO

akka baaxiin manaa yookiin darbaan gootaraa hindhimmifne galabaan, citaan yookiin migirri itti uwwi...

Sponsors