Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dinnicha ma.
GAO

ataakiltii buusaa yookiin firee ishii lafa keessatti horattu, tan buusaa ishii affeelanii yookiin it...

dinnicha ma.
GAO

ataakiltii buusaa yookiin firee ishii lafa keessatti horattu, tan buusaa ishii affeelanii yookiin it...

dinqaa ad.
GAO

kan narna dinqu, kan waanti isaa baay'ee nama dhibu yookiin narna yaaddachiisu.

dinqaa ad.
GAO

kan narna dinqu, kan waanti isaa baay'ee nama dhibu yookiin narna yaaddachiisu.

dinqii ma.
GAO

waan narna dinqu, gudii, raajii.

dinqii ma.
GAO

waan narna dinqu, gudii, raajii.

dinqisiisaa ad.
GAO

kan nama dinqisiisu.

dinqisiisaa ad.
GAO

kan nama dinqisiisu.

dinqisiisuu go.
GAO

akka dinqu gochuu.

dinqisiisuu go.
GAO

akka dinqu gochuu.

dinquu go.
GAO

waanti kanaan dura ta'ee hinbeekne tokko argamuun isaa nama dhibuu, sammuun namq.a waan isaa beekuu ...

dinquu go.
GAO

waanti kanaan dura ta'ee hinbeekne tokko argamuun isaa nama dhibuu, sammuun namq.a waan isaa beekuu ...

dinyii ma.
GAO

waan akka daakuu bifti keelloo, kan namni tokko tokko cittoo fayyisa jedhee dibatu.

dinyii ma.
GAO

waan akka daakuu bifti keelloo, kan namni tokko tokko cittoo fayyisa jedhee dibatu.

dippiloomaa ma.
GAO

waraqata keessumattuu b.arumsa kolleejjii yammuu fixan akka ragaatti kennamu, kan yeroo baay'ee wagg...

dippiloomaa ma.
GAO

waraqata keessumattuu b.arumsa kolleejjii yammuu fixan akka ragaatti kennamu, kan yeroo baay'ee wagg...

diqaalaa ad.
GAO

nama abbaafi haati seeraan wal hinfuudhin gidduudha dhalatu; Diqaalaa lama alaa qaba. 2. nama haati...

diqaalaa ad.
GAO

nama abbaafi haati seeraan wal hinfuudhin gidduudha dhalatu; Diqaalaa lama alaa qaba. 2. nama haatii...

diqiidiqii je.
GAO

sagaleefardi luka kaasee akka fiiguuf dhageessisamu, tophii jecha.

diqiidiqii je.
GAO

sagaleefardi luka kaasee akka fiiguuf dhageessisamu, tophii jecha.

Sponsors