Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dikaa'uu go.
GAO

dikee ta'uu.

dikaa'uu go.
GAO

dikee ta'uu.

dikee ma.
GAO

dhoqqee, faltii yookiin korkorii horii kan lafa gabbisu; Dikeeniifi kosiin lafa xaa'omsu.

dikeessuu go.
GAO

diikee taasisuu.

dikeessuu go.
GAO

diikee taasisuu.

dikoo ma.
GAO

bakka namni mi'a adda addaa walitti fidee wal geeddaru yookiin horiiqhaan wal irraa bitu, gabaa.

dikshinarii ma.
GAO

kuusaa jechootaa yookiin kitaaba jechootni afaan tokko keessa jiran walitti guuramanji keessatti kuu...

dil'uu ma.
GAO

qalqalloo garaa dhala horii keessa jiraatu, kan· dhala booda bawu; Erga jabbiin  dhalattee booda d...

dilbaa'uu go.
GAO

1. sirriitti furdachuu, coomuu. 2. dilbii ta'uu.

Dilbata ma.
GAO

Sanbata guddaa, guyyaa Wiixataa (Dafinoo) fL Sanbata duraa gidduu oo'u.

dilbeessuu go.
GAO

dilbii taasisuu.

dilbeessuu go.
GAO

dilbii taasisuu.

dilbii ad.
GAO

qabeenya kuufame, keessattuu midhaan, birrii; Bara  belaa midhaan dilbii gadi  guuree  namaa  hi...

Sponsors