Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
diimtuu ad.
GAO

tan bifi isee diimaa; Intala diimtuu tokkotu asiin darbe.

diina ma.
GAO

nama waan badii nama irratti hojjetu, nyaapha, xalaata; Diina ofii yoo jaallatan jaalalaan diinummaa...

diina ma.
GAO

nama waan badii nama irratti hojjetu, nyaapha, xalaata; Diina ofii yoo jaallatan jaalalaan diinummaa...

diinaamitii ma.
GAO

waan ofii isaatii dhowee wa n biraas dhoosu; Yammuu karaa hojjetan diinaamitiidhaan dhagaa  kattaa ...

diinaamitii ma.
GAO

waan ofii isaatii dhowee wa n biraas dhoosu; Yammuu karaa hojjetan diinaamitiidhaan dhagaa  kattaa ...

diinaamoo ma.
GAO

mi'a elektirikii kan humna korreentii burqisiisu.

diinaamoo ma.
GAO

mi'a elektirikii kan humna korreentii burqisiisu.

diinomsuu go.
GAO

wal lolchiisuu, walitti naquu.

diinomsuu go.
GAO

wal lolchiisuu, walitti naquu.

diinqa ma.
GAO

kutaa manaa bakka rafiitii.

diinqa ma.
GAO

kutaa manaa bakka rafiitii.

diinununaa ma.
GAO

hammeenya diinni qabu; Diinummaa dhiisaatii obbolummaa cimsaa!

diinununaa ma.
GAO

hammeenya diinni qabu; Diinummaa dhiisaatii obbolummaa cimsaa!

diirama ma.
GAO

ganama barii, obboroo; Biiftuun diiramaa o'istee nama hingubdu.

diirama ma.
GAO

ganama barii, obboroo; Biiftuun diiramaa o'istee nama hingubdu.

diirmi go.
GAO

"dirmuu 2" ilaalaa.

diirmi go.
GAO

"dirmuu 2" ilaalaa.

dijinoo ma.
GAO

ulee sibiilaa, kan lafa keessaa dhagaa ittiin fonqolchan. 2. "shibilliqii" ilaalaa.

dijinoo ma.
GAO

ulee sibiilaa, kan lafa keessaa dhagaa ittiin fonqolchan. 2. "shibilliqii" ilaalaa.

dika
GAO

"reebicha" ilaalaa.

Sponsors