"ajab" ilaalaa.
kan fooliin ajaawaa, xiraa' aa.
fooliin badaa ta'uu, toluu dhiisuu, xiraawuu.
"ajaa'aa" ilaalaa.
sagalee dinqisiifachuu calaqqisu
namoota baay'ee, danuu.
dinqisiifachuu.
jecha namaan waan ta'e hojjedhu jedhaniin; Ajaja gooftaa hojjetaan hindidu.
nama namaan akkana godhi, akkas godhi jedhu.
namni waan ta'e akka hojjetu itti himamuu, akkana hojjedhu jedhamuu.
waan ta'e hojjedhu jechuu, kana hojjedhu jechuu.