Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dhoqqee ma.
GAO

biyyoo bishaaniin yookiin roobaan lallaafe; Ganna keessa lafti cite dhoqqee godhata. 2. waan horiin ...

dhoqqeessisuu go.
GAO

akka dhoqqee ta'u gochuu.

dhoqqeessuu go.
GAO

dhoqqeen akka uumamu gochuu.

dhorama ma.
GAO

hara malee huqqacha.

dhoramaa ad.
GAO

kan dhorame.

dhoramsa ma.
GAO

gadi adeemsa yookiin huqqina.

dhoramtuu ad.
GAO

tan dhoramte, gar malee tan huqqatte.

dhoramuu go.
GAO

gadi adeemuu,gar malee huqqachuu.

dhorkaa
GAO

"dhowwaa" ilaalaa.

dhorkisiisuu
GAO

"dhowwisiisuu" ilaalaa.

dhorkuu
GAO

"dhowwuu" ilaalaa.

dhortuu ad.
GAO

1. raammoo yookiin waan akka raammoo, tan nama huqqistu. 2. nama ija hamaa qaba jedhamu, budaa, falf...

dhossachuu
GAO

"dhokfachuu" ilaalaa.

dhossuu
GAO

"dhoksuu" ilaalaa.

dhotamuu go.
GAO

1. dhaqni namaa gar malee huqqachuu. 2.. gar malee nyaatamuu.

dhotii ma.
GAO

allaattii daakiyyee fakkaattu, qomaan quufii.

dhotuu go.
GAO

gar malee nyaachuu.

dhowaa
GAO

"dhohaa" ilaalaa.

dhowuu go.
GAO

waanti duudaa ture tokko tarsa'uu yookii baqaquu. 2. waanti qilleensaan guutame tokko xaaxa'ee qille...

dhowwaa ad.
GAO

kan dhowwame, kan hintuqamne.

Sponsors