Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dholbee ma.
GAO

1. horii yookiin bineensa cimaa,.fakkeenyaaf arba, gafarsa. 2. horii daagii ta'e yookiin kan waan is...

dhommoqa ma.
GAO

1.deemsa asiifi achi socho'aa deeman. 2. koora hamma malee ta'e.

dhommoqaa ad.
GAO

kan asiifi achi socho'aa deemu. 2. garmalee kan kooru.

dhommoqsuu go.
GAO

1. akka dhommoqu (dhommoqxu) gochuu.

dhommoquu go.
GAO

1. asiifi achi socho'aa deemuu. 2. garmalee kooruu.

dhommoqxuu ad.
GAO

gar malee tan boontu, bareedduu.

dhooqa ad.
GAO

kan waan naannoo isaa jiru keessaa gadi bu'e yookiin gadi ciise.

dhooqaa
GAO

"dhooqa" ilaalaa.

dhoosa ma.
GAO

gargar baasa, tarsaasa.

dhoosisuu go.
GAO

akka dhoosu gochuu.

dhoosuu go.
GAO

gargar baasuu, tarsaasuu.

dhootuu ad.
GAO

waan tarsaate yookiin baqaqxe.

dhoowwaa
GAO

"dhowwaa" ilaalaa.

dhoowwusiisuu
GAO

"dhowwisiisuu" ilaalaa.

dhoqonaa'aa ad.
GAO

1. kan mucucaatu. 2. nama dubbii hinmi'oofne.

dhoqonaawuu go.
GAO

mucucaachuu 2. dubbii yookiin haasaa baduu, xibaaruu; Maal akkasumaaf dhoqonaa'aa.

dhoqoneessuu go.
GAO

Akka dhoqonaa'u gochuu.

dhoqonooftuu ad.
GAO

tan dubbiin isee camii hinqabne, xibaartuu.

dhoqonuu ma.
GAO

gosa mukaa.

dhoqqaa'aa ad.
GAO

kan dhoqqeedhaan faalame; Lafa dhoqqaa'aa irra ejjeteeti kufe.

Sponsors