karaa funyaaniitiin qilleensa ol harkisa.
"hafuura" ilaalaa.
du'a gayii yookiin booyicha.
"hafuura baafachuu" ilaalaa.
"hafuura" geeddaruu" ilaalaa.
"hafuura kutuu" ilaalaa.
"hafuura qabaachuu" ilaalaa.
"hafuursuu" ilaalaa.
"hafuuruu" ilaalaa.
"haga" ilaalaa.
"agaalabuu" ilaalaa.
waan nafa guddatu; Dubartii agaajima tokko fuudhe.
midhaan dheedhii eelee o'a qabdu irra ari'uu, oofuu, ammasuu.