Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
danqaramuu go.
GAO

danqaraadhaan cufamuu.

danqarsuu go.
GAO

1 . danqaraa itt1 gochuu. 2. hojii namaatti yookiin tarkaanfii namaatti rakkina uumuu; Akka horii na...

danqarsuu go.
GAO

1 . danqaraa itt1 gochuu. 2. hojii namaatti yookiin tarkaanfii namaatti rakkina uumuu; Akka horii na...

danqaruu go.
GAO

danqaraa itti godhanii cufuu; Galgala Karra danqaruu hinirraanfatin. wanna sana of jala 'oolchuu. ...

danqaruu go.
GAO

danqaraa itti godhanii cufuu; Galgala Karra danqaruu hinirraanfatin. wanna sana of jala 'oolchuu.

danquu go.
GAO

1.danqaraa itti gochuu. 2. rakkina itti uumuu; Jiruun kun na danqe.

danquu go.
GAO

1.danqaraa itti gochuu. 2. rakkina itti uumuu; Jiruun kun na danqe.

dansa ad.
GAO

kan yaadatti ,gurratti, ijatti nama gammachiisu, bareedu, tolu, gaarii, bayeessa; Du' a dansaa irra�...

dansa ad.
GAO

kan yaadatti ,gurratti, ijatti nama gammachiisu, bareedu, tolu, gaarii, bayeessa; Du' a dansaa irra�...

dantaa ma.
GAO

waan faayidaa qabu, namaaf tolu, dhimma namaafbaasu, haajaa ofii kan bakkaan namaaf gawu; Dantaaf ka...

dantaa ma.
GAO

waan faayidaa qabu, namaaf tolu, dhimma namaafbaasu, haajaa ofii kan bakkaan namaaf gawu; Dantaaf ka...

danuu ad.
GAO

1. waan lakkoofsaan tokkoo ol jiru, baay'ee, hedduu; Nama danuu, Mana danuu. 2. gadi fagoo; Inni dan...

danuu ad.
GAO

1. waan lakkoofsaan tokkoo ol jiru, baay'ee, hedduu; Nama danuu, Mana danuu. 2. gadi fagoo; Inni dan...

daphoo ad.
GAO

buddeena  ittoo hinqabne; Buddeen daphoon gadi namaa hindarbu.

daphoo ad.
GAO

buddeena  ittoo hinqabne; Buddeen daphoon gadi namaa hindarbu.

daraa ma.
GAO

uffata dulloome; uffata moofaa.

daraa ma.
GAO

uffata dulloome; uffata moofaa.

daraaraa 1 ma.
GAO

mukni yookiin Midhaan hudhaa booda kan baasu, habaaboo.

daraaraa 1 ma.
GAO

mukni yookiin Midhaan hudhaa booda kan baasu, habaaboo.

daraaraa 2 ma.
GAO

dhiiga ji' a ji' aan dubartiitti dhufu, xurii, adafii, laguu.

Sponsors