Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
cufaa 1 ma.
GAO

1. balbala yookiin karra waa ittiin cufan. 2.banaa kan hinta'in; Karra cufaa akka arganitti hinseena...

Cufaa 2
GAO

"sirumaa" ilaalaa.

Cufaa 2
GAO

"sirumaa" ilaalaa.

cufaa 3 ad.
GAO

otoo hinhafin, duuchaa, hundumaa; Namni cufaan yaa'ii bahan.

cufaa 3 ad.
GAO

otoo hinhafin, duuchaa, hundumaa; Namni cufaan yaa'ii bahan.

cufaantaa
GAO

"cufaa "1  ilaalaa.

cufamuu go.
GAO

hulaan duuduu, banaa ta'iisa dhiisuu.

cufamuu go.
GAO

hulaan duuduu, banaa ta'iisa dhiisuu.

cululuquu go.
GAO

ifa kennuu,waa akka dibataa argatanii bareeduu; Horiin huqqate hincululuqu.

cululuquu go.
GAO

ifa kennuu,waa akka dibataa argatanii bareeduu; Horiin huqqate hincululuqu.

cumaa ma.
GAO

1. gafata farsoo yookiin bunaa, siicoo. 2. gafata garaacha keessaa bawu; Cumaa hoolaa biqil tuugees...

cumaa ma.
GAO

1. gafata farsoo yookiin bunaa, siicoo. 2. gafata garaacha keessaa bawu; Cumaa hoolaa biqil tuugeesh...

cunqooma
GAO

farsoo furdaa daagujjaa irraa hojjetamu.

cunqurfamuu go.
GAO

roorroon nama rragawuu, hacuucaamuu.

cunqurfamuu go.
GAO

roorroon nama rragawuu, hacuucaamuu.

cunqursa ma.
GAO

gadi qaba,acuuccaa.

cunqursa ma.
GAO

gadi qaba,acuuccaa.

cunqursaa 1
GAO

"cunqursa" ilaalaa

cunqursaa 1
GAO

"cunqursa" ilaalaa

cunqursaa 2 ad.
GAO

gadi qabaa, hacuucaa; Nama cunqursaa biyyi hinjaallatu.

Sponsors