Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
afaan simbiraa ma.
GAO

1 . qaama simbirri ittiin nyaattu. 2. afaan waan dhoksaa ittiin haasa'ani, kan hiriyaan yookiin nam...

afaan toluu
GAO

 "afaan mi'aawuu" ilaalaa.

afaan toluu
GAO

 "afaan mi'aawuu" ilaalaa.

afaaniifi funyaa da.go.
GAO

bakkee walitti dhiyaatu; Manni kiyyaafi ke afaaniifi funyaanii maaliif dhuftee nan gaafannee?

afaaniifi funyaa da.go.
GAO

bakkee walitti dhiyaatu; Manni kiyyaafi ke afaaniifi funyaanii maaliif dhuftee nan gaafannee?

afaaniifi funyaada.go.
GAO

bakkee walitti dhiyaatu; Manni kiyyaafi ke afaaniifi funyaanii maaliif dhuftee nan gaafannee?

afachiisuu go.
GAO

akka afatu gochuu.

afachiisuu go.
GAO

akka afatu gochuu.

afachu go.
GAO

hinwarraaqin, turi!

afachu go.
GAO

hinwarraaqin, turi!

afachuu go.
GAO

1. marga jiidhaa yookiin goggogaa irra taa'uuf, rafuuf yookiin deemuuf lafa irra firfirsuu. 2. waan...

afachuu go.
GAO

1. marga jiidhaa yookiin goggogaa irra taa'uuf, rafuuf yookiin deemuuf lafa irra firfirsuu. 2. waa...

afarfachuu
GAO

"hafarfachuu" ilaalaa.

afarsa
GAO

 "hafarsa" ilaalaa.

afarsaa
GAO

"hafarsaa" ilaalaa.

afarsaataa
GAO

"hafarsaataa" ilaalaa.

afarsituu
GAO

"hafarsituu"   ilaalaa.

affeelamaa ad.
GAO

kan bishaan keessatti abiddaan bilchaate.

affeelamaa ad.
GAO

kan bishaan keessatti abiddaan bilchaate.

affeelamuu go.
GAO

bishaan keessatti abiddaan bilchaachuu.

Sponsors