miidhaa yookiin dhibee wayi irraa kan ka'e afuura kutanii kutanii baasuu.
dhiifama gochuu
1. oduu gaarii kan nama gammachiisu. 2. oduu dhugaa ta'e.
namni hojjeteef dhiifama godhamu, irra darbuun kan haa hafu jedhamu.
"algee 1 ,2 " ilaalaa.
1. kan firoomaan namatti dhiyaatu. 2. kutaa godinaa kan bal'inni isaa araddaafi godinaa gidduu.
"jaldeessa" ilaalaa.
dhangala'aa adii mucha yookiin harma keessaa bawu.
1. aannan ta'uu yookiin bawuu. 2. midhaan daraare corquu.
waan akka hurrii kan waan gubachaa jiru keessaa bawu; Aarri ija nama boossisa.
akka aaru godhama.
mukti, kaboonni...abidda irra kaawwamee akka aara baasu ta'uu.